Daarektarri Daayirektoreetii Tajaajila Inspeekshinii fi Leenjii Haqaa
Obbo Iyyasuus Alemayehu Tukuree
Naamusa abbaa seerummaa cabsuu irratti komii fi yaada dhiyaatu ni fudhata; -Komii/yaada dhiyaate qorachuun murtii yaada dhiyeessu -Abbootii murtii gocha badaa raawwatan irratti akkaataa labsii Mana Maree Bulchiinsa Abbootii Seeraa tarkaanfiin barbaachisaan akka fudhatamu ni taasisa; -Dhimmoota naamusaa abbootii murtii irratti bakka bu’ummaa mana murtiitiin dhiyaatu Mana Maree Bulchiinsa Abbootii Seeraatiif ni dhiheessa, ni hordofa; -Madaallii raawwii hojii abbaa seerummaa waggaa waggaan ni gaggeessa; -Qaawwa qabatamaan jiru adda baasuun leenjii kennuu
Daayirektoreetiiwwan damicha jalatti argaman:
Wanti argame hin jiru.