Baga Gara Eejansii Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jiraattummaa Bulchiinsa Magaala Finfinneetti Dhuftan
Tajaajila qulqullina ammayyaa jechuun tajaajila abbaa seerummaa manni murtii kennu, gargaarsa teeknooloojii ammayyaatiin qulqullina qabu, dhaqqabamaa, gahumsa, bu’a qabeessa ta’ee, manneen murtii mul’ataa fi ergama isaanii akka ba’an kan dandeessisu qofa osoo hin taane, itti quufinsa maamiltootaa kan fidu jechuu keenya.








